2 Thessalonians 2:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani yennaa isin woliin jiru waan kana duudii akka isinitti hime hin qaabattanuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inqaabattaniiyu? Waan kana ch'ufa anini ato isani woliini jiru isaniti hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana cufaa akka anin adoo isan waliin jiruu isaniitti hime hinqaabatanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa isin woliin jiru, akka kana isiniin jedhe hin qaabattanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa isin woliin jiru, akka kana isiniin jedhe hin qaabattanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin woliin yeroo turetti waan kana isinitti himee akka ture, hin yaadattanii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa isin woliin jiru waan kana duudii akka isinitti hime hin qaabattanuu?