2 Thessalonians 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hunni dhossa'aa ta jallu'uu ammumaa hujiisatti jirti; ammoo wonni amma isa dhooggu haga karaa irraa kaatutti wonni sila te'uu malte hin teetu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hameenni nami hubachu indandeenne amma lafa jira, ammo wonti tahu malte intaatu, haga namicha waan suni d'owu kara keesaa gorsaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hammeennii namii hubachuu hindandeenne sun ammaa lafa jira, ammoo haga namicha waan sun dhowwu karaa keessaa gorsaniitti wantii ta'uu malte hintaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhossaan hunna hameennaa ammumaa hujii irra jira; ta'ullee haga karaa irraa ka'utti amma waan isa dhooggutu jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhossaan hunna hameennaa ammumaa hujii irra jira; ta'ullee haga karaa irraa ka'utti amma waan isa dhooggutu jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhofamaan huminni jeeqamaa amma'llee hujii irra ni jira, ta'u'llee amma ka dhoogamu ni jira, kun'llee ka ta'u ka dhoogamu sun haga dhabamisiifamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunni dhossa'aa ta jallu'uu ammumaa hujiisatti jirti; ammoo wonni amma isa dhooggu haga karaa irraa kaatutti wonni sila te'uu malte hin teetu.