2 Thessalonians 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jallaamessi sun hunna Seexanaatiin bilbaasota, beessisaa fi baasota dharaa duudii hujaa dhufa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hamaani Kaani jabeenna Sheet'anatiini d'ufe mamisa gosa heddutiifi akheekha d'ara aka heddu tolche,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hamaan aadaa hinqamne kaan jabeenna sheexanatiin dhufeetti mamiisa gosa hedduutii fi akeeka dhara akka hedduu tolchee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra fayyu'uuf jaalala dhuga'aa hin fudhannee fi worra badaniif dhufti isaa maalalee maraa fi malkata sobdootaatiin, soba hamaa maraan, sobu'uun akka hujii seexanaatiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fayyu'uuf jaalala dhuga'aa worra hin fudhanneef, worra badaniif dhufti isaa maalalee maraa fi malkata sobdootaatiin, soba hamaa maraan, sobu'uun akka hujii seexanaatiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni jeeqamaa ka dhufu baasa dogoggorssaa huminna sheexanaatiin baasaa fi malikatoota wonittoota maalale'ee'llee raawwachu'uun,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jallaamessi sun hunna Seexanaatiin bilbaasota, beessisaa fi baasota dharaa duudii hujaa dhufa.