2 Thessalonians 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Muummeffata irratti, obboleeyyan teenna! Jechi Gootta'aa wodhakkaa teessanitti akkuma te'e, ariifatee akka badhatuu fi ulfaatu nu'uuf daadimadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, dubbi buufata, oboleyaani, Waaqa nuu kad'ad'a, aka dubbini Aabbo fulla ch'ufa geete dabsattu, akuma jiddu teesaniti taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tana maleellee obboleeyyan, Waaqaa nuu kadhadhaa, akka dubbiin Aabboo hurriftee fulaa cufa geettee, akkuma fulaa teessaniitti fudhatan, akka ulfinnaan fudhatan Waaqaa nuu kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Waan hafeen dubbiin Goofta'aa akka ariiti'iin deemu, isin birattillee akka ta'utti akka kabajjamu, namoonni hedduu waan hin amanneef, namoota hammeeyyi'ii fi worra diiggaa hojjatan jalaa akka baanu Rabbiin nuu kadhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Waan hafeen dubbiin Goofta'aa akka ariiti'iin deemu, isin birattillee akka ta'uutti akka kabajjamu, namoonni hedduu waan hin amanneef, namoota hameeyyi'ii fi worra diiggaa hojjatan jalaa akka baanu nuu faateffadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muumme'etti'llee yaa obboleeyyan! Isin biratti akkuma ta'e mara dubbiin Goofta'aa dadafaan akka babaldhatuu fi akka kabajamu, nu'uuf kadhadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muummeffata irratti, obboleeyyan teenna! Jechi Gootta'aa wodhakkaa teessanitti akkuma te'e, ariifatee akka badhatuu fi ulfaatu nu'uuf daadimadha'a.