2 Thessalonians 3:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti yennaa isin bira jirru, “Nami hujiisa jibbu hin nyaatin” jennee ajaja isiniif kennineerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa isani woliini jirru, Nami hojachu didu sagale inyaatini jenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa isan waliin jirru, “Namii hojjachuu didu sagalee hin nyaatin” jennee la isan ajaje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma hennaa isin woliin jirru, «Ka hujuu hin jaalanne hin nyaatin» jennee isin seerree waan turreef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma isin woliin hennaa jirru, «Ka hujuu hin jaalanne hin nyaatin» jennee isin seerree waan turreef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiniin woliin yeroo turretti'llee, «Hojjachu'uuf ka hin barbaanne hin nyaatin!» danbbii jedhu, isiniif kenninee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti yennaa isin bira jirru, «Nami hujiisa jibbu hin nyaatin» jennee ajaja isiniif kennineerra.