2 Thessalonians 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessa worri gariin ka harka maratee tee'u akka jiru waan dhageenneef tana jenna; isaan waan isaan hin galchine keessa galan malee, hujii tokkolle hin hujanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu waan kana jennuufi, waan aka nami gari jiddu teesani keesa huji hojachu dide waan nama d'ibi ch'alla yaku jiru d'ageenneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nu waan kana jennuuf, waan akka namii garii jidduu teessan keessaa hujii hojjachuu didee, waan nama dhibii callaa akka yakkuu jiru marroo dhageenneef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sirima uduu hujii hin hojjanne waan namaa keessa gaala'aa worra seera malee isin keessa deemanii fi waan namoota gari gari'ii dhageenneerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sirima hujii uduu hin hojjanne waan namaa keessa gaala'aa seera malee isin keessa worra deemaniif waan namoota gari gari'ii dhageenneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana sababaan jenneef'llee jidduu kessan huji maleeyyiin tokko tokko akka jiran dhagayuu keennaan, namoonni kunniin waan isaan hin galchine keessa galu'uun kaanniin jeequu malee, womaayyuu hin hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessa worri gariin ka harka maratee tee'u akka jiru waan dhageenneef tana jenna; isaan waan isaan hin galchine keessa galan malee, hujii tokkolle hin hujanu.