2 Thessalonians 3:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Teetuu malee akka obboleesaatitti itti gorsa'a malee, akka diinaatitti hin laakkoyina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka nyaapa isa intolchiina, aka oboleesa gorsa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka nyaapha isaa hintolchiina, akka obboleessaa gorsaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akka obboleessaatitti isa gorsaa malee, akka diinaatitti isa hin laalinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo akka obboleessaatitti isa gorsaa malee, akka diinaatitti isa hin laalinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ta'u'llee akka obboleessa titti gorssa'aanii malee, akka diinaa titti hin laakkayina'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee akka obboleessaatitti itti gorsa'a malee, akka diinaatitti hin laakkowina'a.