2 Thessalonians 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan abbaan nageyaa, yennaa mara karaa maraan, inninuu nageya isiniif kennuu ti. Gottaan isin mara woliin jiraatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni, ka nagaya namaa kennu, hojja ch'ufaafi guyya ch'ufa nagaya isani guutinna. Aabbooni isani ch'ufa woliini ha tau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboon, ka nagaa namaa kennu, yo cufaa fi woma cufaan nagaa isan guutinna. Aabboon isan cufaa waliin ha taa'uu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin nagayaa, hennaa maraa karaa maraan, inninuu nagaya isinii haa kennu. Gooftaan isin maraa woliin haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiin nagayaa, hennaa maraa karaa maraan, inninuu nagaya isinii haa kennu. Gooftaan isin maraa woliin haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan nagayaa mataan isaatuu yeroo maraa waan maraan'llee nagaya isiniif haa kennu, Gooftaan isin mara keessan woliinuu haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan abbaan nageyaa, yennaa mara karaa maraan, inninuu nageya isiniif kennuu ti. Goottaan isin mara woliin jiraatu.