2 Thessalonians 3:2 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle worri hedduun dhugeeffannaa waan hin qanneef, harka namoota yakkaameeyyi'iitii fi dabaaleyyi'ii irraa akka inni nu baasu nu'uuf daadimadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Waaqa kad'ad'a, aka inni harka nama hamamatiifi ka dabaati nuu baasu. Wonti akanatiifi nami ch'ufti d'ugefacha inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee, akka Waaqii harka nama hamamaatii fi nama dabaa keessaa nu baassu kadhadhaa. Wantii akkanaatiif namii cufiitii dhugeeffachaa hinqabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana dubbii isaa worri dhagayan marrinuu ka amananii miti, kanaaf dabiddootaa fi namoota hamaawwan jalaa akka baanuuf, nuuf kadhadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle worri hedduun dhugeeffannaa waan hin qanneef, harka namoota yakkaameyyi'iitii fi dabaaleyyi'ii irraa akka inni nu baasu nu'uuf daadimadha'a.