2 Thessalonians 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti nama tokkolle'etti ba'aa akka hin teene, halkanii fi guyyaa eloonnee hunye malee, sagalee nama tokkoollee akkasumaan hin nyaanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarqaarsa nama tokole bilaasha imfud'anne. Ammo halkani guyya gaargalle hojanne, aka nu nama tokole ind'imne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qarqaarsa nama tokkollee akkanumaatti hinfudhanne. Ammoo akka nama tokkoollee hindhimne halkanii guyyaa dadhabnee hojjanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin biratti waan tokkoonillee akka isinitti hin ulfaanne, halkanii fi guyyaa dadhabbi'ii fi xaari'iin hojjata'aa jiraata'aa turre malee, eennuun irraallee buddeena akkanumaan hin nyaanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin birratti waan tokkonilee akka isinitti hin ulfaanne, halkanii fi guyyaa dadhabbi'ii fi Xaari'iin hojjata'aa jiraata'aa turre malee, eennun irraallee buddeena akkanumaan hin nyaanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Buddeena eennuutuu gatii malee hin nyaanne, kana irra isin keessaa eennuun irratti'llee ba'aa akka isatti hin taane jechu'uun halkanii fi guyyaa, dadhabi'ii fi xaari'iin hojjachu'uun turree jirra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti nama tokkolle'etti ba'aa akka hin teene, halkanii fi guyyaa eloonnee hunye malee, sagalee nama tokkoolle akkasumaan hin nyaanne.