2 Thessalonians 3:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni nuuti tana gooneef fakkeenna keenna akka fudhattanuuf malee, waan nu'uuf barbaachisu isin irraa dhaggatiisaaf baallii dhanneetii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan kana maro waan nu argachu malle nuu kenna jechu indandeenneefi, jechu indinne, ammo aka akheekha dansa isani agarsiimnuufi dinne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan kana marroo waan nu argachuu malle nuu kenna jechuu hindandeenneef hin lakkimne, ammoo akka akeeka dansaa isan agarsiimnuuf lakkimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akka isin nu fakkaattaniif uf akka fakkeennaatitti isinii kennu'uuf turre malee nu waan baallii hin qabneefii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee isin akka nu fakkaattaniif uf akka fakkeennaatitti isinii keennu'uuf turre malee, nu waan baallii hin qabneefii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee ka raawwanne isin fakkeennumaa keenna akka horddofttaniif jenneeti malee, isin irraa garggaarssa argachu'uuf mirga uduu hin qabaatin hafinneetii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni nuuti tana gooneef fakkeenna keenna akka fudhattanuuf malee, waan nu'uuf barbaachisu isin irraa dhaggatiisaaf baallii dhanneetii moti.