2 Timothy 1:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Oduu Gammadaa tanaaf lallabaa, ergama'aa fi barsiisaa te'ee filameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ya na fohate, aka anini Odu Dansa odeese, ergattufi barsiiftu tahu;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka anin oduu dansaa haasa'ee, ergamaa fi barsiisaa ta'uu, Waaqii ya na fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni du'a waan mooyateeruuf, ani lallabaa Dubbii Nagayaa ergama'aa fi barsiisaa worra Yihuudota hin taanee akka ta'u, Dubbii Nagayaa itti muudame kanaan jireennaa fi bara baraan jiraachuu ifatti baaseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni du'a waan mooyateeruuf, ani lallabaa Oduu Nagayaa, ergama'aa fi barsiisaa worra Yihuudota hin taanee akka ta'u, Oduu Nagayaa itti muudame kanaan jireennaa fi bara baraan jiraachuu ifatti baaseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee dubbataan wongeela kanaa, ergama'aa fi barsiisaa ta'ee muudamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Oduu Gammadaa tanaaf lallabaa, ergama'aa fi barsiisaa te'ee filameera.