2 Timothy 1:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri biyya Asiya'aa keessa jiru duudiin, Fiigelosii fi Heromogenesis fa'alle akka ana bagane hin beetta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini imbeeta, aka nami lafa Asia keesa tau ch'ufti na biraa yae, Figelofi Hermogeneleeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma atuu beettuu warrii biyya Asiyaa keessa jiruu cuftii, Fiigelosii fi Hermogenelleen la na biraa yaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Isiyaa keessa jiran maruu, akka na irraa fagaatan hin beetta; isaan keessaa Filoqoosii fi Herwaageenesiin fa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Esiyaa keessa jiran maruu, akka narraa fagaatan hin beeta; isaan keessaa Filoqoosii fi Herwaageenesiin fa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worri Asiyaa jiran marrinuu ana dhiisanii akka deeman ni beekitta, isaan keessaa'llee Fiigelosii fi Hermogenesis keessatti ni argaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri biyya Asiya'aa keessa jiru duudiin, Fiigelosii fi Heromogenesis fa'alle akka na bagane hin beetta.