2 Timothy 1:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Oneesiforos yennaa hedduu waan na jajjabeesseef, Goottaan maatii isaatiif mararuu ti. Inni ani waan hidhameef hin fokkifanne;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi worra Onesiforoti nahiinna, waan inni maro heddu garaa na jabeeseefi. Inni waan anini hid'aansa keesa jiruufi na injibine,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii warra Oneesiforosiitii na'iinna; waan warrii gaafa anin hidhaansaa keessa jiru na hinjibaanee marroo hedduu garaa na jabesseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan maatii Henesfooru'uutiif haa araaramu; hennaa hedduu waan hara na baafachiisaniiraniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan maatii Henesifooru'uutiif haa araaramu, hennaa hedduu waan hara na baafachiisaniiraniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan maatii Oneesiforsiitiif dhiifama haa kennu, inni yeroo baayi'ee ana jajabeessee jira, hidhamuu kiyyatti'llee hin saalifanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oneesiforos yennaa hedduu waan na jajjabeesseef, Goottaan maatii isaatiif mararuu ti. Inni ani waan hidhameef hin fokkifanne;