2 Timothy 1:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
ammoo akkuma biyya Rooma'aa geyeen, asii fi achi barbaadee ana dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo inni akuma dira Rumitini baheeni na barbaade na arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo akkuma dira Roomaatiin baheen, na barbaadee na arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hidhamuu kiyyattillee hin saalfanne. Hennaa Roomaa ture san soqee, soqee na arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hidhamuu kiyyattillee hin saalfanne. Hennaa Roomaa ture san soqee, soqee na arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa gara Roomaa yeroo dhufetti hisataan barbaadee ana argatee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ammoo akkuma biyya Rooma'aa geyeen, asii fi achi barbaadee na dhagge.