2 Timothy 1:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa muumme'ee san Goottaan marartii isaaf godhu. Biyya Efesooniititti attam akka inni anaaf ergame atinuu akka dansaa beetta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni aka inni Guyya suni naasu Aabbo iraa argatu tolchiinna! Atini waan inni Efeso keesati naa tolchele akuma dansa beeta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboon akka innii guyyaa sun naasuu Aabboo irraa argatu tolchiinna. Atiiyyuu waan inni Efesoo keessatti naa tolchele akkuma dansaa beetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa dhumaa san Gooftaan isaa haa araaramu. Efesoonittillee attamitti akka na tajaajile atuu sirri'itti beetta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa dhumaa san Gooftaan isaa haa araaramu. Efesoonittillee attamitti akka na tajaajile atuu sirri'itti beetta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa muumme'ee titti Gooftaan dhiifama isaaf haa kennu! Efesooniin yeroo jirutti hagam akka ana tajaajile ati mataan keetuu midhaastee ni beekitta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa muumme'ee san Goottaan marartii isaaf godhu. Biyya Efesooniititti attam akka inni naaf ergame atinuu akka dansaa beetta.