2 Timothy 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ilma kiyya jaalatamaa Ximootewoosiif: Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadha, mararti'ii fi nageya siif kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Timotheo, ilma ani jaalad'u: Waaqa Abbaafi Kristo Yesoni, Aabbooni keenna, eebafi naasufi nagaya sii kenninna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara Ximotewos, ilma kiyya ka ani jaaladhuu: Waaqii Aabbaan, Kiristoo Yesusii fi Aabboon keenna, eebbaa, naasuu fi nagaya sii kenninna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma kiyya jaalatamaa Ximootewoosiif; Rabbii Aabbaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaadha, araaraa fi nagaya sii haa kennu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilma kiyya jaalatamaa Ximootewoosiif. Rabbii Aabbaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaadha, araaraa fi nagaya sii haa kennu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilima kiyya ka jaalatame Ximotewosiif, Waaqa Abbaa Gooftaa keenna Yesus Kristosiin biraa'llee, kennaan isaa ka bilisaa, dhiifamaa fi nageenni'llee si'iif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma kiyya jaalatamaa Ximootewoosiif, Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadha, mararti'ii fi nageya siif kennu.