2 Timothy 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf kennaa Waaqi yennaa ani harka kiyya mataa keeti irra keye siif kenne, tuxxee akka gabbittu si qaabachiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini si qaabsiisa, eeba Waaqi gaafa anini harka sira kaye sii kenne jabeesi, huji tantele owisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif anin si qaabsiisaa, eebba Waaqii gaafa anin harka sirra kaayee sii kennee fi hujii tanteellee jabeessi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaan akka nama ibidda qabsiisuutitti kennaa Rabbii ka harka kiyya si irra kaayu'uun argatte san akka kakkaaftu si qaabsisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaan akka nama ibidda qabsiisuutitti kennaa Rabbii ka harka kiyya sirra kaayu'uun argatte san akka kakkaaftu si qaabsisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababaa kanaan harka kiyya si irra yeroo kaayetti ka siif kennamee fi akka ibiddaa ta'ee ka si keessa jiru kennaa Waaqaa, deebitee akka qabsiifttuuf si ni yaadachiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf kennaa Waaqi yennaa ani harka kiyya mataa keeti irra keye siif kenne, tuxxee akka gabbittu si qaabachiisa.