2 Timothy 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni Waaqi nu'uuf kenne ka hunnaa, ka jaalalaatii fi ka ifi qabatu'uuti malee, Ayyaana soda'aatii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi lubbu nu daafansiiftu nu inkennine, ammo lubbu jabeennaafi jaalalafi ufi qorqoracha nuu kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanatiif Waaqii hafuura nu dadhabisiisu nu hinkkenninee, ammoo hafuura jabeennaa, jaalalaa fi ufi qorqorachaa nuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Ayyaana hunnaatii fi ka jaalala, ka uf qabu'uu nuu kenne malee Ayyaana soda'aa nuu hin kennine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Ayyaana hunnaatii fi ka jaalala, ka uf qabu'uu nuu kenne malee, Ayyaana soda'aa nuu hin kennine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni ka nuuf kenne hafuura huminnaa fi jaalalaa, mataa keenna'llee ka ittiin toowannu malee, hafuura soda'aatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Waaqi nu'uuf kenne ka hunnaa, ka jaalalaatii fi ka ifi qabatu'uuti malee, Ayyaana soda'aatii moti.