2 Timothy 2:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilma kiyya Ximootewoos, yoona badhaadha Yesuus Kiristoosiin dhaggamutti jabaadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini duuba, ilma kiyya, maro eeba Kristo keesa jirtu qabduufi jabaad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin, ilma kiyya! Mar. roo eebba Kiristoo keessa jirtu qabduu jabaadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ilma kiyya! Ati badhaadha Yesuus Kiristoosiin argatteen jabaadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa ilma kiyya! Ati badhaadha Yesuus Kiristoosiin argatteen jabaadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa ilma kiyya! Kennaa isaa ka bilisaa ka Yesus Kristosiin argamuun jabaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma kiyya Ximootewoos, yoona badhaadha Yesuus Kiristoosiin dhaggamutti jabaadhu.