2 Timothy 2:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, worri fooyame fayyinnaa fi ulfinna bara baraa ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin dhufu akka dhaggatuuf jedhee waan duuchii hin ossadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maro waan kanatifi anini gumi Waaqi fohate jed'e obsa, aka worrileeni baafama Kristo Yeso keesa jiru argatu, guddinna hegeri woliini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
marroo waan kanatif anin gumii Waaqii foohatee jedhee obsa, akka warrilleen baafama karaa Kiristoo Yesus gula jiruu guddinna hegerii waliin argatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isinillee fayyinna karaa Yesuus Kiristoosiitiin argamu ulfinna bara baraa woliin akka argattan waan worra filatameetiif waan maraanuu hin jabaadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu isinillee fayyinna karaa Yesuus Kiristoosiitiin argamu ulfinna bara baraa woliin akka argattan waan worra filatameetiif waan maraanuu hin jabaadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf isaan'llee karaa Yesus Kristositiin fayyinniissa argamuu fi ulfinna bara baraa akka argataniif, namoota Waaqinni isaan filateef jecha waan maraa ni obissa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, worri fooyame fayyinnaa fi ulfinna bara baraa ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin dhufu akka dhaggatuuf jedhee waan duuchii hin ossadha.