2 Timothy 2:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo ittuma ossine isa woliin hin moona. Yoo isa mormanne, innille nu hin mormata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo obsine, isa woliini lafa finna: Yo nu isa mormanne, innileeni nu mormata;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo obsine, isa waliin lafa finna: Yo nu isa mormanne, inniilleen nu mormata;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo obsinee jabaannee dhaabanne, akkasuma isa woliin moona. Yoo isa waakkanne, akkasuma, innillee nu waakkata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo obsinee jabaanee dhaabanne, akkasuma isa woliin moona. Yoo isa waakkanne, akkasuma, innillee nu waakkata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obissaan dhaabannee yoo argaminne, isaan woliin ni moona yoo waakkanneen inni'llee, ammoo nu ni waakkata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo ittuma ossine isa woliin hin moona. Yoo isa mormanne, innille nu hin mormata.