2 Timothy 2:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo nuuti addatamuu dhanne, inni waan ifi hin mormanneef, addatamee jiraata” jettu tun dhuga'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo nu d'ugefacha iraa gorrele, inni ka d'ugefatani, waan inni dandae ufi imormanneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
innii waan danda'ee nafa ufii hinmormaneef, adoo nu dhugeeffachaa irraa gorreellee, innii kama dhugeeffatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo amanuu baannellee, inni amanamee jiraata. Inni waan uf hin waakkanneef.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo amanuu baannellee, inni amanamee jiraata. Inni waan uf hin waakkanneef.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u amanamoota yoo ta'uu dhabaanne, inni garuu mataa isaa waan hin waakkaneef, yeroo maraa amanamaa ta'ee in jiraata,»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo nuuti addatamuu dhanne, inni waan ifi hin mormanneef, addatamee jiraata» jettu tun dhuga'a.