2 Timothy 2:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbii Waaqi ittiin hin ulfaannee fi marii gowwittii, ta Waaqa irraa nama fageessitu irraa fagaadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hasaa nama Waaqa imbeenne; ka daalluma, ka Waaqa ira nama fageesu, lagad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haasa bu'aa hinqamne, ka nama Waaqaa hinbeennee, ka Waaqaa irraa nama fageessuu, irraa fagaadhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dubbii adunyaa tanaa hamtuu ta Rabbi hin jaalanne irraa fagaadhu; cubbuu hojjachuu ka duraa caalaa waan edaataniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dubbii adunyaa tanaa hamtuu ta Rabbi hin jaalanne irraa fagaadhu, cubbuu hojjachuu ka duraa caalaa waan edaataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woca biyya lafaa ka tasa ta'ee irraa'llee fagaadhu, wocinni akkanaa kun namoota caala'atti Waaqa irraa akka fagaatan isaan ni taasisa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbii Waaqi ittiin hin ulfaannee fi marii gowwittii, ta Waaqa irraa nama fageessitu irraa fagaadhu.