2 Timothy 2:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiis akkasii akka madaa foon nyaattee badhataa deentuu ti. Himnewoosii fi Filexoos worra dubbii akkasii dubbatane keessa jiran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti worri barsiisu aka mada diimtu namaa nyanyaatu jirti. Nami waan akana barsiisu Himenayofi Filetofa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii warri barsiisu akka madaa qoramtee namaa nyaanyaatu jirti. Himnewosii fi Filexoosiilleen warra waan akkanaa kana barsiisu keessa jiran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin isaanii akka madaa nafa namaa nyaata'aa badhata'aa deemuuti; isaan keessaallee Hemenewoosii fi Filixoosiin fa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin isaanii akka madaa nafa namaa nyaata'aa badhata'aa deemuuti; isaan keessaallee Hemenewoosii fi Filixoosiin fa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haasofnni isaanii akka madaa hin fayyinee keessa ni baldhisa, isaan keessaa'llee Himnewosii fi Filexoos ni argaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisi akkasii akka madaa foon nyaattee badhataa deentuu ti. Himnewoosii fi Filexoos worra dubbii akkasii dubbatane keessa jiran.