2 Timothy 2:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Halchaa badduu dargaggumma'aa irraa baqadhu; worra gadhaa qullu'uun Goottaa waammatu woliin balchumaa, dhugeeffannaa, jaalalaa fi nageya hordof.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'araa kaimooma lakisi, jara garaa qulqullooni Aabbo yaamatu woliini d'ugaafi, d'ugefachaafi jaalalafi nagaya barbaadi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dharraa ka'imoomaa lakkisii, jara garaa qulqulloon Aabboo yaamatu waliin dhugeeffadhu; dhugeeffachaa, jaalalaa fi nagaa barbaad!.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hawwii ka'imumma'aa hamaa irraa dheessi; worra garaa qulqullu'uun Gooftaa waamatan woliin qajeellummaa, amantii, jaalalaa fi nagaya jabeessii hordofi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hawwii ka'imuumma'aa hamaa irraa dheessi; worra garaa qulqullu'uun Gooftaa waamatan woliin qajeellummaa, amantii, jaalalaa fi nagaya jabeessi hordofi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hawwii hamaa dargaggumma'aa jalaa dheessi, onnee Qulqullu'uun namoota Gooftaa waamataniin woliin ta'iitii qulqullummaa, amantii, jaalalaa fi nagaya horddof.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halchaa badduu dargaggumma'aa irraa baqadhu; worra gadhaa qullu'uun Goottaa waammatu woliin balchummaa, dhugeeffannaa, jaalalaa fi nageya hordof.