2 Timothy 2:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan Gootta'aa ka lolu te'uu hin qabu. Inni nama duudi'iif arjaa, dansa'aa fi barsiisaa ossataa te'uu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni Aabbo woldidu himmalle. Inni nama ch'ufaa nahu male, barsiiftu dansaafi ta obsa qabdu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hojjataan Aabboo nama cufaa na'ee, barsiisaa dansaa fi ka obsa qabu ta'uu male, malee namaan waldiduu himmalle,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbichi Gooftaa nama maraa biratti gara laafessa, ka barsiisuu danda'uu fi nama obsaan jabaatee haa dhaabatuu malee, ka namaan wol hin lolle haa ta'uu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garbichi Gooftaa nama maraa biratti gara-laafeessa, ka barsiisuu danda'uuf nama obsaan jabaatee haa dhaabatuu malee, ka namaan wol hin lolle haa ta'uu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilaa Gooftaa Yesusii naminni ta'e mara biratti gara laafessa, ka danddeettii barsiisu'uu qabuu fi obissaa ta'uu qaba malee, wol dhabuu hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan Gootta'aa ka lolu te'uu hin qabu. Inni nama duudi'iif arjaa, dansa'aa fi barsiisaa ossataa te'uu qaba.