2 Timothy 2:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra isa mormulle gadhi-laafinnaan gorsuu qaba. Akka isaan cubbuu irraa deebi'anee dhugaa beekanu, Waaqi carraa isaanii hin kenna fa te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka laanatu kara nama isaani morku garsiisu tahu male. Hegeri Waaqi daba ira worra deebise, d'uga worra barsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
innii ka laanatuu karaa nama isaan morkuu garsiisu ta'uuu male; hegerii Waaqii daba irraa warra deebiseetti, dhugaa warra barsiisafaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma maal laataa Rabbi akka dhugaa beekanii fi akka aagii galan isaan taasisa; fedha daabiloosii raawwatu'uuf siiboo isaa jalaa bayanii gara qalbii isaanii hin deebi'an jedha'aa worra isa morman gara laafumma'aan isaan haa adabuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma maallaataa Rabbi akka dhugaa beekanii fi akka aagii galan isaan taasisa, fedha daabiloosii raawwatu'uuf siiboo isaa jalaa bayanii gara qalbii isaanii hin deebi'an jedha'aa worra isa morman gara laafumma'aan isaan haa adabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni namoota wol dhaban gara laafumma'aan ka sirreessu ta'uu qaba, yookiin dhugaa akka beekaniif Waaqinni carraa dhiifamaan gara isaa deebi'u'uu isaanii ni kenna ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra isa mormulle gadhi-laafinnaan gorsuu qaba. Akka isaan cubbuu irraa deebi'anee dhugaa beekanu, Waaqi carraa isaanii hin kenna fa te'a.