2 Timothy 2:26 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo san isaan qalbii ifiititti deebi'anee, tiyyoo Seexanaa ta isaan qaddee fedha isaatiif akka ajajamanu goote jalaa hin bayan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qalbiini worraa deebinaani t'urura Sheet'ani worraani qabe mohate keesaa baqatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba qalbiin warraa deebinaan xuruuraa Sheexanii warraan qabee moo'ate keessaa baqatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa kanaan gara qalbbii isaanii deebi'anii fedhii sheexanni akka raawwatan, woshaadoo isaan qabe keessaa ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo san isaan qalbii ifiititti deebi'anee, tiyyoo Seexanaa ta isaan qaddee fedha isaatiif akka ajajamanu goote jalaa hin bayan.