2 Timothy 2:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qotee bulaan eloyee huju qooda midhaan sanii qara dhaggatuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani oobru ka aka dansa hojate, mid'aani qara ka oobru ufi argachu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan oobruu ka akka dansaa hojjatee, midhaan qaraa ka oobruu ufii argachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qotee bulaan xaaru, worra daraaraa nyaatu keessaa ka duraa ta'uu barbaachisa dubbii jedhu laali.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qotte bulaan xaaru, worra daraaraa nyaatu keessaa ka duraa ta'uu barbaachisa dubbii jedhu laali.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qotee bulaan huji'iin dadhabu firii hujii isaa irraa argamu, ka jalqabaa argachuu ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qonnaan bulaan elowee huju qooda midhaan sanii qara dhaggatuu qaba.