2 Timothy 2:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan waan duudi'iin hubantii waan sii kennuuf, waan ani jedhu qalbeeffadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini siini jed'e kana heregi, Aabbooni waan ch'ufa keesa si hubachiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan anin siin jedhe kana herregi, Aabboon waan cufaa si hubachiisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan waan maraanuu qaabii sii haa kennu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan waan maraanuu qaabii sii haa kennu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan waan maraanuu hubannaa waan siif kennuuf, waan ani jedhu hubadhuutii yaadi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan waan duudi'iin hubantii waan sii kennuuf, waan ani jedhu qalbeeffadhu.