2 Timothy 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Oduu Gammadaa waan lallabeef akka yakkaamessaa hidhameelle rakkataa jira. Jechi Waaqaa ammoo hin hidhamu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini Odu Dansa hasaeefi gaargala, ammalle aka nama wo yake na hid'ani. Ammo dubbini Waaqa hid'aansa keesa injirtu;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan anin oduu dansaa haasa'eef na gaargalchanii, ammallee akka nama wa yakkee na hidhani. Dubbiin Waaqaa ammoo hidhaansa keessa hinjirtu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan kana lallabe'eef akka waan badaa hojjadheetitti haga hidhamu'uutitti rakkata'aara; dubbiin Rabbii ammo hin hidhamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani waan Kana lallabe'eef akka waan badaa hojjadheetitti haga hidhamu'uutitti rakkata'aara; dubbiin Rabbii ammoo hin dhaamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayema wongeela kanaatiin'llee akka yakkamaa titti birbiraataan hidhamee rakkinna ni fudhadha, dubbiin Waaqaa garuu hin hidhamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Oduu Gammadaa waan lallabeef akka yakkaamessaa hidhameelle rakkataa jira. Jechi Waaqaa ammoo hin hidhamu.