2 Timothy 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyoota muume'eetitti yennaan rakkittu akka dhuttu beeki.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana qaabad'u! Guyyaani muumme gaargala hama qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan muummee gaargala hama qabaa waan kana qaabadhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo bara dhumaa guyyaan nama dhiphisu akka dhufu beeki.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo bara dhumaa guyyaan nama dhiphisu akka dhufu beeki.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyoota muummee titti yeroon sarddamissiisu akka dhufu beeki,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyoota muumme'eetitti yennaan rakkittu akka dhuttu beeki.