2 Timothy 3:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma nami karaa Yesuus Kiristoosiitiin nama Waaqaa te'ee le'uu fedhu duudiin hin miidhadhama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Kristo Yeso woliini jireenna Waaqi fed'u keesa tau ch'ufti ingaargalchani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama Kiristoo Yesus waliin jireenna Waaqii fedhu keessa taa'uu cuufaa ingaargalchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhuga'aan worri Yesuus Kiristoosiin keessatti Rabbiin fakkaata'aa jiraatuu jaalatan martinuu hin ari'aman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhuga'aan worri Yesuus Kiristoosiin keessatti Rabbiin fakkaata'aa jiraatuu jaalatan martinuu hin reebaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra gosa Yesus Kristosiin ta'anii jireenna hafuuraa jiraachuu worri barbaadan marinuu, ari'ataminni isaan irra ni gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma nami karaa Yesuus Kiristoosiitiin nama Waaqaa te'ee le'uu fedhu duudiin hin miidhama.