2 Timothy 3:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri hama'aa fi malaan nyaattuun worra dhibii dokonkorsaa ifille'eef dokonkoraa, hammeenna irraa gara hammeennaa ittuma deeman.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nama hamafi kiyyibaani ch'ufti ira hamaata, ufi sobani nama d'ibile sobani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo namii hamaa fi kiyyibaan cuftii haga qaraallee irra hammaateetti, ufi sobee nama dhibiillee soba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo namoonni hammeeyyiinii fi sobduun, worri dogoggoranii dogoggorsan, waan hammeennaatitti jabaata'aa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo namoonni hammeeyyiinii fi sobduun worri dogoggoranii dogoggorsan, waan hammeennaatitti jabaata'aa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu namoonni hamaaleyyi'ii fi fakkeesitoonni garuu, namoota dogoggorssa'aatii fi mataa isaanii'llee dogoggorssa'aa, hamaa irratti hammeenna dabala'aa ni deeman,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hama'aa fi malaan nyaattuun worra dhibii dokonkorsaa ifille'eef dokonkoraa, hammeenna irraa gara hammeennaa ittuma deeman.