2 Timothy 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo waan barattee jabeessitee itti dhugeeffatte, eennuu fa'a irraa akka baratte waan beettuuf itti jabaadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini, d'uga si barsiisani aka dansa d'ugefatte keesa tai. Wonti akanatiifi atini nama si barsiise imbeeta,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin ammoo dhugaa si barsiisan ta akka dansaa dhugeeffatte keessa ta'i. Wantii akkanaatiif atin nama si barsiise inbeetta,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammo dubbii barattee fi hubatteen jabaadhuu jiraadhu. Eennuun irraa akka baratte waan beettuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati ammoo dubbii barattee fi hubatteen jabaadhuu jiraadhu. Eennuun irraa akka baratte waan beettuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati garuu ka baratte eennuun irraa akka ta'e waan beekittuuf, ka barattee fi dhugaa hubatteen'llee jabaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo waan barattee jabeessitee itti dhugeeffatte, eennuu fa'a irraa akka baratte waan beettuuf itti jabaadhu.