2 Timothy 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi duudiin qajeelfama Ayyaana Waaqaatiin waan barreeffameef, dhugaa barsiisiisaaf, worra dokonkore xixiisaaf, balleessaa sirreessiisaa fi karaa balchumma'aatitti qajeelchiisaaf bu'aa qabeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akasitiifi t'aafiini ch'ufti hafuura Waaqaa qabdi ammalle wo baati, isi d'ugani barsiisani, wollaalaani gorsani, qajeelaani garsiisani, waan jireenna dansaatiini barsiisani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkasitiif barreesiin dubbii Waaqaa cuftii hafuura Waaqaa qabdi; ammallee wa baati, isii dhugan barsiisan, wallaalaan gorsan, qajeelaan garsiisan, waan jireenna dansaatiin barsiisan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbii qajeela'aa fi hujii mishaa maraaf ka qophaaye akka ta'u,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Rabbii qajeela'aa fi hujii mishaa maraaf ka qophaaye akka ta'u,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kitaabnni Qulqulluun marrinuu eemarittii Hafuura Waaqaatiin ka barreeffame, isaan dhugaa barsiisu'uuf, worra dogoggoran itti baanachu'uuf, dogoggora sirreessu'uu fi eemarittii jireenna sirrii ta'eef tolu kennu'uuf ni fayyada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year