2 Timothy 3:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Waaqaa hujii dansaa maraaf ka dandeettii qabu te'ee, ka hidhatee qophoye akka te'u godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka nami Waaqa ch'ufti qit'ae kurfo tae, huji dansa ch'ufa hojatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka namii Waaqaa cuftii qixaa'ee kurfoo taa'ee, hujjii dansaa cufa hojjatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kitaabni Ayyaanni Rabbii keessa jiru martinuu barumsaaf, gorsa, onnee namaa qajeelchu'uu fi gorsa karaa qajeellumma'aa maraafuu hin fayyada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kitaabni Ayyaanni Rabbii keessa jiru martinuu, barumsaaf, gorsa, onnee namaa qajeelchu'uuf gorsa karaa qajeellumma'aa maraafuu hin fayyada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka fayyadu'llee naminni Waaqaa muda maleessa akka ta'uu fi hujii mishaa kamiinuu hojjachu'uuf, gayaa ta'ee akka argamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqaa hujii dansaa maraaf ka dandeettii qabu te'ee, ka hidhatee qophowe akka te'u godha.