2 Timothy 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti ka mataa ifii jaalatanu, ka beesee jaalatanu, ka ifi saadanu, kijiboota, ka nama arrassanu, ka worra ifiitiif hin ajajanne, ka galata hin qanne, ka woyyummaa hin qanne,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ufo tahe, sabdae, ufi guddise, ufi saada; wolarabsani, worra ufiiti saalfachu didani, galata deebisu, didani, aada Waaqa lakisani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii ufi qofa jaalata, insabda'aa, ufi guddisu, ufi saadu; walarabsu, warra ufiitii saalfachu dida, galata galchuu dida, aadaa Waaqaa lakkisa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni worra uf jaalatu, worra horii jaalatu, worra uf saadu, worra uf jajan, worra nama arrabsan, worra maatii ufiitiif hin ajajamne,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni worra uf jaalatu, worra horii jaalatu, worra uf saadu, worra uf jajan, worra nama arrabsan, worra maatii ufiitiif hin ajajamne,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni mataa isaanii ka jaalatan, qarshi'iif ka haafayan, ufi dhaaddota, ufi tuultota, worra nama arrabissan, maatii isaaniitiif ka hin ajajaminne, galata dhabeeyyii, qulqullummaa ka hin qabnne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti ka mataa ifii jaalatanu, ka beesee jaalatanu, ka ifi saadanu, kijiboota, ka nama arrassanu, ka worra ifiitiif hin ajajanne, ka galata hin qanne, ka woyyummaa hin qanne,