2 Timothy 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
isaan dugeeffannaa waan qabanu fakkaatan, ammoo hunna isi'ii mormataneeran. Worra akkasii irraa ifi eegadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama aada Waaqa guutu ufi tolchani, ammo jabeenna isi didani. Jara akana kana ira fagaad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nama aadaa Waaqaa guutu ufi tolcha, ammoo jabeenna isii dida. Jara akkanaa kana irraa fagaadhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bifa Waaqa waaqeffatu'uu hin qaban, hunna isaa ammo gananiiran. Worra akkasii irraa fagaadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bifa Waaqa kaddaamu'uu hin qaban, hunna isaa ammoo gananiiran. Worra akkasii irraa fagaadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa ka waaqeffatan fakkaatanii ni muldhatan, huminna waaqeffanna'aa garuu ni waakkatan, namoota akkana jiran irraa fagaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan dhugeeffannaa waan qabanu fakkaatan, ammoo hunna isi'ii mormataneeran. Worra akkasii irraa ifi eegadhu.