2 Timothy 3:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa gariin gara mana namaa dhaqaa, dubartoota dadhadduu ta cubbuun irratti tuulantee, halchaa gara garaatiin asii fi achi oofantu, hin qabatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari mana nad'eeni d'aqe, nad'eeni lalaaftu ta qara dabi iti ulfaate d'araa gosa ch'ufa gula yaatu fud'atani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii mana nadheenii dhaqeetti, nadheen lalaaftuu qaraa dabii itti guddaatee dharaa gosa cufaa gula yaatu fudhata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri akkanaa kunniin dhokata'aa mana namootaa seena'aa, hinaafa'aa, worra cubbuun isaan irratti tuulame, worra dharraa adda addaatiin fudhataman sirima dubartoota gowwaa dhugaa beekuu bira gayuu hin dandeenne, worri booji'an worra akkanaa kanniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri akkanaa kunniin dhokata'aa gara mana namootaa seena'aa, hinaaffaa, worra cubbuun isaan irratti tuulame, worra dharraa adda addaatiin fudhataman sirima dubartoota gowwaa dhugaa beekuu bira gayuu hin dandenne, worri boojii'an worra akkanaa kanniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni kunniin gara mana maraa huluuqanii aseenu'uun, dubarttoota cubbuun baayi'een isaan irratti tuulameef, hawwii adda addaatiin worra eemaraman, dubarttoota hafuuraan dadhabddootaa ta'an, akka namoota isaan qabaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa gariin gara mana namaa dhaqaa, dubartoota dadhadduu ta cubbuun irratti tuulantee, halchaa gara garaatiin asii fi achi oofantu, hin qabatan.