2 Timothy 3:7 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartiin akkasii yennaa mara hin baratti, ammoo ijjumaayyuu dhugaa beekiisa bira hin geettu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni tunini hojja ch'ufa wo barachu feeti, ammo haguma jirtu d'uga imbarattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen tunin yo cufaa wa barachuu feetii, ammoo haguma jirtu dhuga hinbarattu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttoonni akkanaa kunniin yeroo maraa ni baratan, garuu dhugaa gara beeku'uu gayu'uuf hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartiin akkasii yennaa mara hin baratti, ammoo ijjumaayyuu dhugaa beekiisa bira hin geettu.