2 Timothy 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Yaaneesii fi Yaamberes Muuse'een mormane, kolbaan qalbii isi'ii baddee fi dhugeeffannaa irraa jidde tun dubbii dhuga'aa mormiti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma duri Yanefi Yambreni dubbi Musa didde, akasuma worri kunileeni d'ugaa dida — nama herega inqamne, ka d'ugefacha argachu dad'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma durii Yaaneesii fi Yaambres dubbii Muusaa diddan, akkasuma warrii kuniilleen dhugaa dida; warrii warra herrega hinqamne, ka dhugeeffachaa argachuu dadhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Iyyaanse'ee fi Iyyaaberes Muusee morman akkasuma kunniinillee worra sammu'uu fi qalbiin isaanii jalaa bade, worra amantii irraa badan ta'anii dhugaa morman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Iyyaanse'ee fi Iyyaaberes Muusee morman, akkasuma kunniinillee worra sammu'uuf qalbiin isaanii jalaa bade, worra amantaa irraa badan ta'anii dhugaa morman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaaneesii fi Yaambres akkuma Muse'een mormmanitti namoonni kunniin sammuun isaanii worra badee fi waayee amanti'iitiin'llee worra kufaatiin isaan irra gaye waan ta'aniif, dhugaa ni mormman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Yaaneesii fi Yaamberes Muuse'een mormane, kolbaan qalbii isi'ii baddee fi dhugeeffannaa irraa jidde tun dubbii dhuga'aa mormiti.