2 Timothy 3:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gowwummaan Yaaneesiitii fi Yaamberesii, nama duudi'itti akkuma beekkante, ta isaaniille nama duudi'itti waan beekkantuuf isaan ur hin geyanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini garu ind'at'u, waan nami ch'ufti aka worri daalle arguufi akuma jari kaani duri tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma dallumaan jara durii kaan beekkamtee, ta jara kanaalleen waan nama cufaa duraatti argamuu jirtuuf, wantii kunin garuu hindhaxu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo gowwummaan isaanii akkasuma ifa ta'ee marattuu waan mudhatuuf ka duraa caalaa isaanii hin qajeelu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo gowwummaan isaanii akkasuma ifa ta'ee, marattuu waan mudhatuuf ka duraa caalaa isaanii hin qajeelu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gowwummaan Yaaneesii fi Yaambresii akkuma muldhatetti gowwummaan namoota kanniinii'llee, nama mara duranatti waan muldhatuuf isaanii hin mijaayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gowwummaan Yaaneesiitii fi Yaamberesii, nama duudi'itti akkuma beekkante, ta isaaniille nama duudi'itti waan beekkantuuf isaan ur hin geyanu.