2 Timothy 4:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqaa fi Yesuus Kiristoosii worra jiruu fi worra du'elle'etti muru'uuf jiru duratti, deebi'ee dhufiisaa fi mootummaa isaa yaadataa jabeessee si gorsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fuula Waaqatiifi ka Kristo Yeso, ka nama ch'ufa ka duefi ka jirule qoru durati si kad'ad'a: maro d'ufiisafi Finna isaatiifi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin fuula Waaqaatii fi ka Kiristoo Yesus, ka nama cufa ka du'ee fi ka jiruulleetti muru duraatti, marroo dhufiisaa fi Mootummaa isaatiif si gorsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti Yesuus Kiristoosiin worra jiranii fi worra du'an maratti murteessu'uuf deebi'ee dhufuuf jeennata isaa yaada'aa jabeesse si gorsa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiin afo'otti Yesuus Kiristoosiin worra jiraniif worra du'an maratti murteessu'uuf deebi'ee dhufuuf jeennata isaa yaada'aa jabeesse si gorsa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaa fi akkuma kanaan'llee Mootummaa isaa yeroo dhaabanitti, jiraattotaa fi worra du'oota irratti ka murtteessu, Yesus Kristosiin duranatti yaboo siin ni jedha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqaa fi Yesuus Kiristoosii worra jiruu fi worra du'elle'etti muru'uuf jiru duratti, deebi'ee dhufiisaa fi mootummaa isaa yaadataa jabeessee si gorsa.