2 Timothy 4:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Deemaas biyya lafaa tana jaalatee, ana lakkisee gara qachaa Tasalonqe'ee dhaqeera. Kiresqes biyya Galaatiya'aa, Tiitoos ammoo biyya Dalmaatiya'aa dhaqeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Demani ya waan lafaa jaalate na lakise, Thesalonike d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Deemaas ya waan lafaa jaalatee na lakkisee, Tesaloniiqee dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara Tasoloonqe'ee deemeera. Qerqiisi gara Galaatiya'aa, Tiitoonillee gara Dilmaaxiya'aa deemaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara Tasoloonqe'ee deemeera. Qerqiisi gara Galaatiyaa, Tiitoonillee gara Dilimaxiya'aa deemaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deemaas biyya lafaa kana jaalatee ana irraa fooyamee jira, gara Tasaloonqee'llee deemee jira, Qeersqiis gara Galaatiya'aa, Tiitoos'llee gara Dilmaaxiyaa deemanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Deemaas biyya lafaa tana jaalatee, na lakkisee gara qachaa Tasalonqe'ee dhaqeera. Kiresqes biyya Galaatiya'aa, Tiitoos ammoo biyya Dalmaatiya'aa dhaqeera.