2 Timothy 4:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Iskindiriin sibiila tumu akka malee na miidhe; Goottaan akkuma hujii isaatitti isaaf hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Iskandani, ka tumtu, waan hamtu na tolche; Aabbooni waan inni na tolche isa tolchiinna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Iskindir, ka tumtuu, waan hamtuu na tolche; Aabboon abboon gatii hujii isa inkennaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tumtuun sibiilaa Iskindiroos guddisee na miidhe; Gooftaan akka hujii isaatitti isaa deebisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tumtuun sibiilaa Iskinidiroos guddisee na miidhe; Gooftaan akka hujii isaatitti isaa deebisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tumitichi sibiila diima'aa Iskindir miidhaa guddaa ana irraan ni gaye, Gooftaan akka hujii isaa isaaf ni kafala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iskindiriin sibiila tumu akka malee na miidhe; Goottaan akkuma hujii isaatitti isaaf hin kenna.