2 Timothy 4:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo ergaan isaa guutuun karaa kiyyaan lallabantee worri Yihudoota hin te'in duudiin akka dhage'anu, Waaqi cinaa tiyya dhaabbatee hunna anaaf kenne. Afaan neenqaa irralle'ee na hambure.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Aabbooni na woliini tae naa jabeese, aka anini dubbi ch'ufa gosa d'ibileti odeesu; afaani nyeench'a keesaa naa baasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo Aabboon na waliin taa'eetti na jabeessee, akka anin dubbii cufaa gosa dhibii ta hindhugeeffatiniilleetti himuu, afaan nyeencaa keessaa na baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hujiin lallaba Dubbii Nagayaa ka anaan raawwatamuuf, akka worri Yihuudota hin taane martinuu dhagayaniif Gooftaan na bira dhaabatee na jabeesse. Afaan leencaa jalaallee na hambise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hujiin lallaba Oduu Nagayaa ka anaan raawwatamuuf, akka worri Yihuudotaa hin taane martinuu dhagayaniif Gooftaan na bira dhaabatee na jabeesse. Afaan leencaa jalaallee na hambise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ergaan karaa kiyyaan marrinuu akka himamuu fi ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne marrinuu akka dhagayaniif, Gooftaan ana woliin ta'ee ana ni jajabeesse, afaan leenccaatii'llee fayyee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo ergaan isaa guutuun karaa kiyyaan lallabantee worri Yihudoota hin te'in duudiin akka dhage'anu, Waaqi cinaa tiyya dhaabbatee hunna naaf kenne. Afaan neenqaa irralle'ee na hambure.