2 Timothy 4:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan hammeenna hamaa duudii jalaa na baasee, gara mootummaa ol-gubba'aa nageyaan na hin geessa. Ulfinni baraa haga bara baraa isaaf te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Aabbooni hameenna ch'ufa keesaa na baase, haga anini Finna isaa argad'uuti na qorqorata. Guddinni ammafi hegerile ka isaa tahinna! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Aabboon hameenna cufaa keessaa na baaseetti, haga anin mootummaa isaa argadhuutti na qorqorata. Guddinnii ammaa fi hegeriillee ka isaa hata'u eejenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan hamaa maraa jalaa na hambisa. Jeennata sami'iititti nagayaan na galcha; isaaf baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan hamaa maraa jalaa na hambisa. Jeennata sami'iititti nagayaan na galcha, isaaf bara haga bara baraa ulfinni haata'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan waan hamaa kamiin mara irraayyuu ana ni fayyisa, Mootummaa isaa ka samii jirttuun'llee ana ni gaya, isaaf baraa haga baaraa titti ulfinni haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan hammeenna hamaa duudii jalaa na baasee, gara mootummaa ol-gubba'aa nageyaan na hin geessa. Ulfinni baraa haga bara baraa isaaf te'u! Ameen.