2 Timothy 4:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jecha Waaqaa lallabi; yennaan toltulle, toluu dhabaattulle qophayi; ossa gudda'aan namoota balleessanu sirreessaa, xixaa, jajjabeessaa barsiis.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dubbi tana barsiisi, hojja ch'ufa odeesi, yo fed'anifi yo imfeenele namaa galchi, gorsi, jabeesi, obsaani barsiisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii tana barsiisi; yo cufaa haasa'i, yo fedhanii fi yo hinfeeneellee namaa galchi, gorsii, jabeessi obsaan barsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii Rabbii lallabi; hennaa sii tolee fi hennaa sii hin tollellee; jabaadhu; obsa gudda'aan barsiisa'aa sirreessi, gorsille'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbii Rabbii lallabi hennaa sii tolee fi hennaa si hin tollellee, jabaadhu; obsa gudda'aan barsiisa'aa sirreessi, gorsille'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubbii Waaqaa lallabi, yoo tolee fi toluu yoo dhabaate'llee yeroo kamittuu hisadhuutii hojjadhu, hubachiisa'aa, itti baanata'aatii fi gorssa'aa, obissaa fi barsiisu'uun hisadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jecha Waaqaa lallabi; yennaan toltulle, toluu dhabaattulle qophow; ossa gudda'aan namoota balleessanu sirreessaa, xixaa, jajjabeessaa barsiisi.